Gahuumsa Haaraa
Jalqabbii Hojii Haaraa!
Dandeettii Teknooloojii Keessan Cimsaa, Carraa Hojii keessan Guddisaa! Gulaalaa Idil Addunyaa Afaan Oromootiin!
Dandeettii Teknooloojii Keessan Cimsaa, Carraa Hojii keessan Guddisaa! Gulaalaa Idil Addunyaa Afaan Oromootiin!
Afaan Keessaniin Teknoolojii Barrachuun, Dandeettii Adunyaa Irratti Jijjiiraa Uumu Gonfadhaa! Yerroo fi eddoo feetan ta’uun koorsii keessan barradhaa!
UpCourses.org
Amaloota Ijoo Sadii Toora Barnoota Intarneetii Naannoo Keenyaa Adda fi Filatamaa Taasisan
Upcourses karaalee barumsaa dhuunfatti mijeeffaman kanneen fedhii fi filannoo barataa tokkoo tokkoo irratti hundaa’an ni dhiyeessina.
Toorri keenya hirmaannaa dadammaqiinsa qabu jajjabeessuuf, bifa taphaatiin barsiisuu (gamification) fi sifaalee wal-qunnamtii saffisiisan of keessatti hammata.
Barnoota toora intarneetii barattoonni saffisa mataa isaanii fi sagantaa isaaniitiif mijatun qabiyyee barumsaa hordofuu fi irratti hirmaachuuf dandeessisudha.
Afaan Keessanitti Teknoolojii Gabbifachuun, Dandeettii Adunyaa Irratti Jijjiiraa Uumuu! 💡📈
Yerroo fi eddoo feetan ta’uun koorsii keessan barradhaa!
+251925265151
+251981555333
info@upcourses.org
Want to receive push notifications for all major on-site activities?