Website Design Afaan Oromo (Hundaa Bakka tokkoti)

About Course
Koorsiin kun namoota hundumaaf kan qophaa’edha — daldaltoota, hojjettoota bilisaa, artistoota, barattoota, fi namoota marsariitii ofii ijaaruuf fedhii qaban. Teeknoolojii ol’aanaa hin barbaachisu. Afaan salphaa fi barnoota hojiirra oolu irratti kan hundaa’edha.
Barnoota keessatti karaa salphaa fi tooftaa haala biyya keessa jiru waliin deemuun WordPress, Shopify, Wix fi GoDaddy fayyadamuun marsariitii ijaaruun si barsiisa. Kanaaf dandeettii addaa yookiin ogummaa programmer hin barbaachisu.
Course Content
Introductions of website Design
Website Design Foundamentals (Seensa fi Hubbannoo Bu’uraa websayitii)
08:14
“Design and Launch the World’s #1 Interactive Website Platform”
Design Standard Online store on shopify
Build Drag and Drop Full Website on Wix | Wix irratti Marsariitii Guutuu Hojii Waliin Ijaaru
Design Responsive Website on GoDaddy | Marsariitii (Responsive) GoDaddy irratti Ijaaru
International certificate!
Ogummaa wabbii qabu fuldura keenyaaf Haa mirkaneesinu!
