Video Editing
About Course
Korsiin kun CapCut Desktop bu’uura irraa isin barsiisa — screen recording dhugaa fayyadamnee, hindaqaa fi teori qofa miti. App’icha keessa taatanii hordoftu: viidiyoo keessan import gochuu, sirreessuu, barreeffama fi caption dabaluu, sagalee fi halluu sirreessuu, dhumarratti immoo viidiyoo qophaa’e maxxansuuf gahaa ta’e baasuu.
Lesson tokkoon tokkoon meeshaalee gareen tokko qofa irratti xiyyeeffata — kanaafuu yeroo baay’ee ‘button kun eessa jira?’ jettanii hin gaafattan. Dhuma irratti, viidiyoo bilbila keessan ykn kaameraa keessaa fudhattan fudhattanii, maxxansuuf qophaa’e gochuu ni dandeessu — social media’f, daldala keessaniif, ykn channel keessaniif.
Kursiin kun meeshaalee bu’uuraa CapCut irratti xiyyeeffata. Meeshaaleen AI CapCut (Auto Cut, Script to Video, sagalee AI fi kkf) kursii biraa keessatti bal’inaan ni ilaalamu.
Course Content
Capcut Overview
-
Desk top Qaljeelfama Capcut (Handbook)
-
Mobile : Qajeelfama Capcut (Handbook)
Capcut Practical
Capcut Project
International certificate!
Ogummaa wabbii qabu fuuldura keenyaaf haa mirkaneessinu!