Canva Graphic Design & AI Masterclass

Wishlist Share

About Course

Koorsiin kun sadarkaa jalqabaa irraa kaasee hanga ogeessummaatti (Basic to Pro) dizaayinii ammayyaa Canva irratti si barsiisa; bu’uura erga hubattee booda gara hojii qabatamaa addunyaa dhugaatti ceeta; dabalataanis postii social media, flyer, logo, pirezenteeshinii (slides), piroppozaalii fi landing page ni uuma; akkasumas Canva fayyadamuun hojii saffisaan hojjechuu fi yeroo qusachuu ni baratta; itti aansuun Canva AI fayyadamuun yaada uumuu fi dizaayinii ofumaan gabbisuu ni dandeessa; xumura irratti ammoo brand professional ijaartee bu’aa daldalaa dhugaa argatta.

What Will You Learn?

  • Koorsii kana xumuruudhaan:
  • Canva bu’uuraa irraa kaasee hanga sadarkaa olaanaatti ni hubatta
  • Dizaayinii profeshinaal ta’e (graphic design) uumu ni dandeessa
  • Content social media (post, flyer, poster, logo, presentation) ni hojjatta
  • Meeshaalee daldalaa akka proposal, slide fi marketing content ni dizaayina goota
  • Landing page web irratti fayyadamuuf design ni uuma
  • Canva fayyadamuun hojii saffisaan xumuru fi yeroo qusachuu ni baratta
  • Canva AI fayyadamuun yaada uumu, dizaayinii ofumaan gabbisuu ni dandeessa
  • Ogummaa hojii qabatamaa (real-world skills) horatta
  • Brand fi identity daldalaa jabaa ijaaruu ni dandeessa
  • Pirojektoota qabatamaa irratti hojjachuun ogeessa dizaayinii taata

Course Content

Canva Graphics

  • Canva Jalqaba
    25:10
  • Canva jalqaba: 2
    25:28
  • Canva Pro
    14:18

Mastering Cava AI

Tips : Dabalata

International certificate!

Ogummaa wabbii qabu fuuldura keenyaaf haa mirkaneessinu!

selected template

Want to receive push notifications for all major on-site activities?