WordPress Website Design Overview Afaan Oromoo

About Course
Koorsii Poodkaastii Kana Keessatti:
Koorsiin poodkaastii kun hubannoo bu’uuraa waa’ee website design gochuu irratti barbaachisaa ta’e namoonni argachuu danda’an irratti xiyyeeffata.
🎯 Kaayyoon isaa: Namoonni dura lenjii website design hin jalqabiin, wantoota ijoo beekuu qaban fi eddoo xiyyeeffannoo kennuu qaban akka hubatan gargaaruuf.
📢 Itti Dhiyaadhaa:
Koorsiin kun namoota hundaaf bilisaan dhiyaata. Namni kamiyyuu sirna barnootaa kana irraa fayyadamuu danda’a.
Course Content
Toftaa fi Dhimmota ijoo website WordPress fi kanneen birrii design Gochuuf barbaachisan.
-
WordPress Website Overview Podcast
18:24