Website Design Afaan Oromo (Hundaa Bakka tokkoti)

About Course
Koorsiin kun namoota hundumaaf kan qophaa’edha — daldaltoota, hojjettoota bilisaa, artistoota, barattoota, fi namoota marsariitii ofii ijaaruuf fedhii qaban. Teeknoolojii ol’aanaa hin barbaachisu. Afaan salphaa fi barnoota hojiirra oolu irratti kan hundaa’edha.
Barnoota keessatti karaa salphaa fi tooftaa haala biyya keessa jiru waliin deemuun WordPress, Shopify, Wix fi GoDaddy fayyadamuun marsariitii ijaaruun si barsiisa. Kanaaf dandeettii addaa yookiin ogummaa programmer hin barbaachisu.
What Will You Learn?
- WordPress irratti:
- Marsariitii dhuunfaa, hojii fi daldalaa ijaaruu
- Theme fi plugin filachuu, Elementor fayyadamuun design salphaa gochuu
- 🔹 Shopify irratti:
- Marsariitii daldalaa (online store) ijaaruu
- Meeshaalee galchuu, kaffaltii qopheessuu (Visa, Telebirr, Momo)
- 🔹 Wix irratti:
- Marsariitii hojii xixiqqaa fi portfolio (artistii fi freelancer) ijaaruu
- Wix ADI fi template 800 ol fayyadamuun suura, odeeffannoo galchuu
- 🔹 GoDaddy irratti:
- Marsariitii saffisaa fi salphaa (fakkeenyaaf Café, Studio) ijaaruu
- Domain, SEO fi marketing salphaa gochuu Handout (barreeffama hubannoo guutuu qabu) | 🎞️ Video barnoota (Afaan Oromo captions waliin) | 🎙️ Voiceover salphaa fi sagalee Afaan Oromo sirrii | 📑 PDF resource download gochuu dandeessu
Course Content
Introductions of website Design
Akkammiti doomeenii maqaa barand keenyattiin dhunfachuu dandeenya
-
Website Design Foundamentals (Seensa fi Hubbannoo Bu’uraa websayitii)
08:14
“Design and Launch the World’s #1 Interactive Website Platform”
Word press irratti website Dizaayinii hojjachuu.
-
Course Content | Qabiyyee Korsii
-
Get Started | WordPress irratti Dizaayinii eegaluu
12:19 -
Choose Theme | Theme (Template) Filachuu
06:36 -
. Customize Site | Marsariitii Sirreessuu
30:40 -
Edit Pages | Fuula Gulaaluu
30:40 -
Add Plugins | Pluginii Dabaluu (WooCommerce)
08:01 -
Add Product | Oomisha Dabaluu
17:38 -
Add Payment Method | Mala Kaffaltii Dabaluu
09:47 -
Add Shipping Method | Mala Geejjibaa Dabaluu
01:17 -
Add Blog Post | Barreeffama (Post) Dabaluu
01:18 -
Review & Launch | Mirkaneessuu fi Baniinsa Marsariitii
00:52 -
. Recap Overview | Dimshaasha Irraa Deebii
02:53
Design Standard Online store on shopify
-
Content and Introduction | Qabiyyee fi Seensa
01:35 -
Get Started with Shopify | Shopify irratti Eegaluu
21:41 -
Choose Theme | Theme (Template) Filachuu
16:50 -
Edit Pages & Add Sections | Fuula Gulaaluu fi Kutaa Dabaluu
34:16 -
Set Up Payments & Shipping | mala Kafaltii fi Geejjiba Qopheessuu
25:49 -
Add Languages & Staff | Afaanota fi Hojjettoota Dabaluu
17:12 -
Summary of Store Design | Dimshaasha store dizaayinii
02:14
Build Drag and Drop Full Website on Wix | Wix irratti Marsariitii Guutuu Hojii Waliin Ijaaru
Website wix hojjachuu
-
Content and Introduction of Wix | Qabiyyee fi Seensa Wix
01:30 -
Get Started with Wix Website Builder | Wix Website Builder Waliin Eegaluu
07:08 -
Add Project to Your Portfolio Page | Hojii Gara Fuula Portfolio Keetti Dabaluu
06:04 -
Choose Perfect Template | Template Sirrii Filachuu
12:32 -
Customize website design |Dizaayinii Websayitii Sirreessuu
12:33 -
Add Section to Page | Kutaa Gara Fuulaatti Dabaluu
12:32 -
Update Pages | Fuula Haaromsuu
11:14 -
Add Blog Post and Page | Postii Blog fi Fuula Dabaluu
08:37 -
Finalize Design | Ijaarsa Xumuraa
02:21 -
Recap Summary | Dimshaasha
Design Responsive Website on GoDaddy | Marsariitii (Responsive) GoDaddy irratti Ijaaru
-
Content and Introduction | Qabiyyee fi Seensa
01:37 -
Get Started with Website Builder | Website Builder Waliin Eegaluu
08:06 -
Choose Template and Customize Page | Template Filachuu fi Fuula Sirreessuu
08:06 -
Add Essentials (Content, Booking, Button, Branding) | Barbaachisoo Dabaluu (Qabiyyee, Booking, Button fi Mallattoo)
16:39 -
Add Marketing Pop-up | Pop-up Marketing Dabaluu
05:11 -
Try New Layout and Update Social Links | Layout Haaraa Qorachuu fi Links Hawaasummaa Haaromsuu
09:49 -
Add Sections and Blog Post | Kutaa fi Postii Blog Dabaluu
18:42 -
Add Service and Finalize Design | Tajaajila Dabaluu fi Ijaarsa Xumuraa
07:22 -
Summary overview| Dimshaasha
03:11