Tik tok booster

Wishlist Share
Share Course
Page Link
Share On Social Media

About Course

Biyya keenya keessattis ta’ee akka idil- adunyatti fayyadamtooni tik tok hedduumatanii jiru.

 garuu haawasa keenyaaf yeroo guubuu bira darbee giddu-gala daldaalaa keenya ta’ee tajaajila kennuu hin dandeenye.Sababiin isaa hubannoo Tiktoks Boosting ykn Tiktok Ads qabnu xiqqaa waan ta’eefiidha.Koorsiin Kun Akkamitti Akka qabiyyeen keenya namoota heddu bira gahu, akkamitti hordoftoota hedduu horachuu akka dandeenyu, Akkamitti, Oomishaa fi tajaajila keenya beeksisuu dandeenyu, Gurgurtaa  raawwachuu dandeenyu,Akkamitti Maamilli fayyadamtoota Tiktok naannawa keenyaa ykn iddoo murta’aa tokko keessa jiran irratti xiyyeeffachuun boost goonu falaasama isaa practice dhaan kan ilaltaniidha.

Dursaanii beekuun tarkaanfii tokko dorgomaa keessan ykn nama isin boodaan dhufu bira  darbuudha,

Hojii keessan si’eessuuf tooftalee ykn startegy beekuun akkaan  isin barbaachiisa.

Kanaaf, Package keenya keessatti, Midia Buyer (Midiyaan Maal biita) , Midia Planning (Midiyaa irratti akkamitti Karoorsina, Eessatti karoorsina) Marketing research  (Akkamitti Qorannoo gabaa goonee waan maamilli keenya barbaadu hojjanna falasama jedhu hunda of kessaa qaba.

Show More

What Will You Learn?

  • Tiktok Ads
  • Midea Buyer and planning

Course Content

Seensa
Dubisa

  • Beeksisa miidiyaa hawaasaa bara 2025

Tik Tok Ads
Baga gara koorsii TikTok Ads nagaan dhuftan! Koorsii kana keessatti, akkaataa beeksisa TikTok nama hawwatu Uumuu, dhaggeeffattoota sirrii irratti xiyyeeffachuu, fi duula ROI guddaa argachuuf fooyyessuu ni barattan. Beeksisa irratti haaraa yoo taate ykn daldala kee guddisuu barbaadde, koorsii kun tooftaalee fi meeshaalee gochaan hojjetamuu danda’an kanneen milkaa’ina kessan guddisan ni barsiisa. Wal-tajjiiwwan saffisaan guddachaa jiran keessaa tokko irratti har'a mul'achuu fi jijjiirraa maqaa keetii guddisuu jalqabi! Beeksisa TikTok irratti bobba'uuf qophaa'aa.

Tips : Dabalata

Want to receive push notifications for all major on-site activities?