Telegram Leads

Categories: Design, Featured, Marketing
Wishlist Share
Share Course
Page Link
Share On Social Media

About Course

Biyya keenya keessatti yeroo ammaa daldalli hedduun Telegram irrati rawwwatamaa jira akasuma oduun gaariin telegram mala kanfaltii Itophiyaa waan intigrate ta,uuf salphatti Daldala haaraa Eegaluu akkasumas kan qabnu itti fufsiisuu ni dandeenya. Dabalataan  fayyadamtoota biyya keessatti argaman hunda bira gahuu yoo feene tooftaalee kam akka fayyadamuu dandeenyu waliin ilaalla. 

Telegram Ads, Follower yk member telegram group, keenya hin taaneef haala kamiin fayyadamtoota Telegram naannoo keenya jiranitti waa,’ee tajaajila keenyaa fi Oomisha beeksisna

Koorsii kana keessatti haala kamiin telegram ad fayyadamnee maamila keenya bira qaqqabnee gurgurtaa raawwana, Hubannoo kennina, Haala kamiin isaan bira geenya Akasumas Haala kamiin Group telegram qofaan Business keenya sochoosuu dandeenya kan jedhu isin biraan geenya.

Hojii keessan si’eessuuf tooftalee ykn startegy beekuun akkaan  isin barbaachiisa. Kanaaf, Package keenya keessatti, Midia Buyer (Midiyaan Maal biita) , Midia Planning (Midiyaa irratti akkamitti Karoorsina, Eessatti karoorsina) Marketing research  (Akkamitti Qorannoo gabaa goonee waan maamilli keenya barbaadu hojjanna falasama jedhu hunda of kessaa qaba

Show More

What Will You Learn?

  • Koorsii kana keessatti haala kamiin telegram ad fayyadamnee maamila keenya bira qaqqabnee gurgurtaa raawwana, Hubannoo kennina, Haala kamiin isaan bira geenya Akasumas Haala kamiin Group telegram qofaan Business keenya sochoosuu dandeenya kan jedhu isin biraan geenya.

Course Content

Seensa: Tooftaa social Midea Marketingii 2025

  • Beeksisni miidiyaa hawaasaa maali?

Beeksisa Telegramii: Telegram Ads
Baga gara Koorsii Telegram Ads nagaan dhuftan, bakka itti humna waltajjiiwwan ergaa saffisaan guddachaa jiran keessaa tokko itti fayyadamtan itti argattu! Koorsii kana keessatti beeksisa nama booji’u kan sagalee keessaa kutee hawaasa baay’ee si,ataa wajjin wal qunnamsiisu uumuu ni barattu. Targetting sadarkaa olaanaa, bifa beeksisa, fi tooftaalee jijjiirraa oofuu fi amanamummaa maqaa ijaaruuf gargaaru ni qoranna. Tiraafika guddisuuf ykn lead maddisiisuu yoo barbaaddan, koorsii kun dandeettii guutuu telegram daldala keessaniif ni bana. Beeksisa Telegram master gochuuf qophii ta'ee qaqqabummaa keessan babal'isuuf? Mee keessa haa seennu!

Tips : Dabalata

Want to receive push notifications for all major on-site activities?