Social Midea Marketing
About Course
Yeroo ammaa keessatti dhaabbileen biyya keenyaa ta,ees kan biyya biroo xiyyeeffannoon isaanii gabaa Social Media irra ta’ee jira.
Sababiin isaa maamiltoonni keenya olmaan isaanii Social media irra Waan ta’eefiidha.
Kanaafuu nutis bakka maamilli keenya jiran dhaquun beeysisuu,gurguruu qabna.
Akkasumas fedhiin dhaabbilee hedduu kana waan ta’eef koorsii kana barrannee haawaasa keenya gargaaruun fayyadamoo ta,uu qabna.
Seenaa:-Yeroo baayyee social Media marketingii irratti hubannoon hawaasni keenya qabu xiqqaa waan ta’eef bu’aa issaa baayyee hin beekan.
garuu amma booda suni seenaa ta’a. sababni isaa Package social Media Marketingii Upcourse qopha’ee hubannoo fi Ogeessa Digital Marketingii Uumuudha.
Social media marketingii iddoo Hawaasa braandii keenyaaf ta;uu itti ijaarannuudha.
Social medial Marketing follower tokko malee tooftaa namoota Miliiyeenota Biratti waa,ee Oomisha ykn tajaajila keenya beeysisuu fi itti gurguruudha.
Course Content
Seensa
-
Beeksisa miidiyaa hawaasaa bara 2025