Meta Ads (Marketing Facebook fi Instagraamii)
About Course
Meta Ads fayyadamuun gabaa kee guddifachuu barbaadaa? Karoora gabaa (marketing strategy) cimaa uumuu, maallaqa kee sirnaan fayyadamuu, fi galii kee dabaluuf barnoota sirrii barbaadaa? Barnootni kun siif ta’a!
Maaltu Si Eegata?
✅ Ka’umsa Meta Ads (Facebook & Instagram)
✅ Tarsiimoo Ogeessaatiin Itti Fayyadamu
✅ Iddoo Fayyadamtootaa Sirnaan Qindeesuu (Target Audience)
✅ Ogummaa Ad Campaign Guddisuu (Campaign Optimization)
✅ Qorannoo fi Deebii Gabaasa (Analytics & Reporting)
Course Content
Facebook Ads
Seensa facebook Ads
02:34Professional Account and page
23:16Professional page
12:02Market place
28:42Meetaa bizinas suutii
12:44Facebook Boost
18:11Facebook Ads Manager
03:06Facebook Pixel seensa
02:39Facebook pixel: ibsa
02:33Facebook Pixel: Appiidhaaf
06:50Facebook pixel Analysis: Gamagama
06:46Facebook