Mastering AI Tools Graphics Design & Social Media Marketing

Wishlist Share

About Course

AI fayyadamttummaa fi faayidaa profeeshinaalaa olaanaa godhachuudhaan akkaataa itti fayyadamtan baradhaa. Sagantaan kun AI, Deezayinii Giraafikii Canvaa, fi Maarketingii Miidiyaa Hawaasaa walitti qindeessuudhaan; ariitiin akka hojjettan, qabiyyee fi giraafiksii qulqullina olaanaa qabu uumtan, hojiiwwan miidiyaa hawaasaa ofisaatiin akka raawwataman (automate) gootan, fi tajaajila gatii olaanaa qabu maamiltootaaf dhiyeessuun galii dabalataa akka uummattan isin dandeessisa.

 

What Will You Learn?

  • Akkaataa meeshaalee AI durtoota ta'an hojiiwwan profeeshinaalaa dhugaaf itti fayyadamtan.
  • Prompt Engineering fi qunnamtii AI bu'a-qabeessa ta'e.
  • Canva AI fayyadamachuudhaan deezayinii giraafikii, viidiyoo fi biraanteeshinii ariitiin uumuu.
  • AI fayyadamanii qabiyyee fi tarsiimoo Maarketingii Miidiyaa Hawaasaa qopheessuu.
  • AI barreeffamaaf, qorannoof, karooraaf, xiinxalaaf, fi murtii daldalaaf fayyadamuu.
  • Adeemsa hojii irra deebiyamu ofisaatiin akka raawwatamu (automate) gochuun yeroo fi maallaqa qusatani.
  • Akkaataa AI, Canva, fi Maarketingii Miidiyaa Hawaasaa walitti makuun tajaajila profeeshinaala dhiyeessan.Ogummaa AI gara carraa hojii dhuunfaa (freelance), gorsa daldalaa, yookiin tajaajila maamilaatti jijjiiruu.

Course Content

The Mindset of AI (Ilaalcha Hubbannoo Nam-tolchee)

  • Soft copy The Mindset of AI (Dubbisa PDF Afaan Oromo)
  • Introductions of Artificial Intelligence
    14:10

Prompt engineering
The language of AI: Toftaa Tools AI dhaaf Ajaja Keninu.

Understanding AI Tools

Understading Open AI (ChatGPT)

Google ecosystem AI (Gemini)

Copilot AI (Microsoft ecosystem)

Fundamental of the Cloude AI

Realtime and Trending: Grok AI

Canva AI Graphics and Content Generations

AI Video Generation with Google Veo

Graphics Design with Canva

Social Media Marketing (Meta Ads)

Social Media Marketing (Tiktok Boosting)

Social Media Marketing (LinkendIn)

Social Media Marketing (Google & You Tube Ads)

International certificate!

Ogummaa wabbii qabu fuuldura keenyaaf haa mirkaneessinu!

selected template

Want to receive push notifications for all major on-site activities?