Easy Graphics
About Course
Yeroo ammaa keessatti wanti online irratti gurguramu huundu qabiyyeedha ykn content dha.
Content/qabiyyee gaarii yoo hojjatte gurgurtaa heddu rawwachuu dandeessa.
osoo Oomishni kee qulqulina gaarii hin taane qabaatee akkasumas content kee yoo hin bareedin gurgurtaa gahaa/hamma barbaadamu rawwachuu dhabuu dandeessa.
osoo Oomishni kee ykn tajaajilli kee gaarii ta’ee jiruu- Sababa Qabiyyeen haawwataa ykn Craetive fi qulqulina ykn Quality gahaa waan hin qabneef hamma barbaaddu gurgurtaa kee raawwachuu dhabuu dandeessa.
Akkasumas yeroo ammaa keessatti softeweriiwwan adda addaa heddu baayyee jiraatanis ittiin fayyadamanii Content gaarii hojjachuuf Barumsa yeroo dheeraa fi softewarii Graphics gara garaa heddu danda’utu nurraa Eeggama.
Course Content
Canva Graphics
-
Canva Jalqaba
25:10 -
Canva jalqaba: 2
25:28 -
Canva Pro
14:18