Design a Responsive and Modern Website Using GoDaddy Website Builder

Categories: Design, Development, Marketing
Wishlist Share
Share Course
Page Link
Share On Social Media

About Course

In this course, you will design a responsive and modern website using GoDaddy Website Builder. You’ll learn to select templates, edit content, set up services, and integrate essential features like booking, branding, and social links for a complete business site.

Korsiin kun akkaataa marsariitii deebii kennaa (responsive) fi ammayyaa GoDaddy Website Builder fayyadamuun ijaaruu si barsiisa. Template filachuu, qabiyyee gulaaluu, tajaajiloota qopheessuu fi wantoota barbaachisoo akka booking, mallattoo fi linkii hawaasummaa dabalachuun marsariitii hojii guutuu ijaaruu ni baratta.

What Will You Learn?

  • Design Responsive Website on GoDaddy | Marsariitii Deebii Kennaa (Responsive) GoDaddy irratti Ijaaru
  • Content and Introduction | Qabiyyee fi Seensa
  • Get Started with Website Builder | Website Builder Waliin Eegaluu
  • Choose Template and Customize Page | Template Filachuu fi Fuula Sirreessu
  • Add Essentials (Content, Booking, Button, Branding) | Barbaachisoo Dabaluu (Qabiyyee, Booking, Button fi Mallattoo)
  • Add Marketing Pop-up | Pop-up Marketing Dabaluu
  • Try New Layout and Update Social Links | Layout Haaraa Qorachuu fi Links Hawaasummaa Haaromsuu
  • Add Sections and Blog Post | Kutaa fi Postii Blog Dabaluu
  • Add Service and Finalize Design | Tajaajila Dabaluu fi Ijaarsa Xumuraa

Course Content

Introductions of website Design
Akkammiti doomeenii maqaa barand keenyattiin dhunfachuu dandeenya

  • Website Design Foundamentals (Seensa fi Hubbannoo Bu’uraa websayitii)
    10:00:00

Design Responsive Website on GoDaddy | Marsariitii (Responsive) GoDaddy irratti Ijaaru

Want to receive push notifications for all major on-site activities?