Telegram Leads
About Course
Biyya keenya keessatti yeroo ammaa daldalli hedduun Telegram irrati rawwwatamaa jira akasuma oduun gaariin telegram mala kanfaltii Itophiyaa waan intigrate ta,uuf salphatti Daldala haaraa Eegaluu akkasumas kan qabnu itti fufsiisuu ni dandeenya. Dabalataan fayyadamtoota biyya keessatti argaman hunda bira gahuu yoo feene tooftaalee kam akka fayyadamuu dandeenyu waliin ilaalla.
Telegram Ads, Follower yk member telegram group, keenya hin taaneef haala kamiin fayyadamtoota Telegram naannoo keenya jiranitti waa,’ee tajaajila keenyaa fi Oomisha beeksisna
Koorsii kana keessatti haala kamiin telegram ad fayyadamnee maamila keenya bira qaqqabnee gurgurtaa raawwana, Hubannoo kennina, Haala kamiin isaan bira geenya Akasumas Haala kamiin Group telegram qofaan Business keenya sochoosuu dandeenya kan jedhu isin biraan geenya.
Hojii keessan si’eessuuf tooftalee ykn startegy beekuun akkaan isin barbaachiisa. Kanaaf, Package keenya keessatti, Midia Buyer (Midiyaan Maal biita) , Midia Planning (Midiyaa irratti akkamitti Karoorsina, Eessatti karoorsina) Marketing research (Akkamitti Qorannoo gabaa goonee waan maamilli keenya barbaadu hojjanna falasama jedhu hunda of kessaa qaba
Course Content
Seensa: Tooftaa social Midea Marketingii 2025
-
Beeksisni miidiyaa hawaasaa maali?