Easy Graphics

Wishlist Share
Share Course
Page Link
Share On Social Media

About Course

Yeroo ammaa keessatti wanti online irratti gurguramu huundu qabiyyeedha ykn content dha.

Content/qabiyyee gaarii yoo hojjatte gurgurtaa heddu rawwachuu dandeessa.

osoo Oomishni kee qulqulina gaarii hin taane qabaatee akkasumas content kee yoo hin bareedin gurgurtaa gahaa/hamma barbaadamu rawwachuu dhabuu dandeessa.

osoo Oomishni kee ykn tajaajilli kee gaarii ta’ee jiruu- Sababa Qabiyyeen haawwataa ykn Craetive fi qulqulina ykn Quality gahaa waan hin qabneef hamma barbaaddu gurgurtaa kee raawwachuu dhabuu dandeessa.

Akkasumas yeroo ammaa keessatti softeweriiwwan adda addaa heddu baayyee jiraatanis ittiin fayyadamanii Content gaarii hojjachuuf Barumsa yeroo dheeraa fi softewarii Graphics  gara garaa heddu danda’utu nurraa Eeggama. 

Show More

What Will You Learn?

  • Business, mana maxxaansa, content creation social media hundaaf, gosoota qabiyyee hundaa bakka tokkotti softeweerii tokko irraa salphaatti ni barrattu/argattu. Akkasumas yeroo Gabaabaa keessatti dandeettii Graphics design hojjachuu ni Eegaltan.

Course Content

Canva Graphics
Baga gara Koorsii Design Canva, bakka kalaqni salphaa ta’uutti nagaan dhuftan! Koorsii kana keessatti, humna Canva akkamitti fayyadamtu ni baratta. Maxxansa miidiyaa hawaasaa irraa kaasee hanga dhiheessii guutuutti, muuxannoo dizaayinii tokko malee Canva’n akkamitti akka si gargaaru ni hubatta. Meeshaalee Canva’s intuitive fayyadamuun, giraafiksii ija namaa hawwatu kalaquun maqaa kee ol kaasuu fi dhaggeeffattoota kee booji’uu keessatti si qajeelchina. Pirojektoota daldalaaf ykn dhuunfaaf dizaayinii gootanii, koorsiin kun dandeettii kalaqaa guutuu keessan akka hiiktan isin gargaara. 💡 Yaada gara dizaayinoota bareedaatti jijjiiruuf qophiidhaa? Mee haa jalqabnu! 🚀

  • Canva Jalqaba
    25:10
  • Canva jalqaba: 2
    25:28
  • Canva Pro
    14:18

Tips : Dabalata

Want to receive push notifications for all major on-site activities?