Tik tok booster
About Course
Biyya keenya keessattis ta’ee akka idil- adunyatti fayyadamtooni tik tok hedduumatanii jiru.
garuu haawasa keenyaaf yeroo guubuu bira darbee giddu-gala daldaalaa keenya ta’ee tajaajila kennuu hin dandeenye.Sababiin isaa hubannoo Tiktoks Boosting ykn Tiktok Ads qabnu xiqqaa waan ta’eefiidha.Koorsiin Kun Akkamitti Akka qabiyyeen keenya namoota heddu bira gahu, akkamitti hordoftoota hedduu horachuu akka dandeenyu, Akkamitti, Oomishaa fi tajaajila keenya beeksisuu dandeenyu, Gurgurtaa raawwachuu dandeenyu,Akkamitti Maamilli fayyadamtoota Tiktok naannawa keenyaa ykn iddoo murta’aa tokko keessa jiran irratti xiyyeeffachuun boost goonu falaasama isaa practice dhaan kan ilaltaniidha.
Dursaanii beekuun tarkaanfii tokko dorgomaa keessan ykn nama isin boodaan dhufu bira darbuudha,
Hojii keessan si’eessuuf tooftalee ykn startegy beekuun akkaan isin barbaachiisa.
Kanaaf, Package keenya keessatti, Midia Buyer (Midiyaan Maal biita) , Midia Planning (Midiyaa irratti akkamitti Karoorsina, Eessatti karoorsina) Marketing research (Akkamitti Qorannoo gabaa goonee waan maamilli keenya barbaadu hojjanna falasama jedhu hunda of kessaa qaba.
Course Content
Seensa
-
Beeksisa miidiyaa hawaasaa bara 2025