Video Editing

Uncategorized
Wishlist Share

About Course

Korsiin kun CapCut Desktop bu’uura irraa isin barsiisa — screen recording dhugaa fayyadamnee, hindaqaa fi teori qofa miti. App’icha keessa taatanii hordoftu: viidiyoo keessan import gochuu, sirreessuu, barreeffama fi caption dabaluu, sagalee fi halluu sirreessuu, dhumarratti immoo viidiyoo qophaa’e maxxansuuf gahaa ta’e baasuu.

Lesson tokkoon tokkoon meeshaalee gareen tokko qofa irratti xiyyeeffata — kanaafuu yeroo baay’ee ‘button kun eessa jira?’ jettanii hin gaafattan. Dhuma irratti, viidiyoo bilbila keessan ykn kaameraa keessaa fudhattan fudhattanii, maxxansuuf qophaa’e gochuu ni dandeessu — social media’f, daldala keessaniif, ykn channel keessaniif.

Kursiin kun meeshaalee bu’uuraa CapCut irratti xiyyeeffata. Meeshaaleen AI CapCut (Auto Cut, Script to Video, sagalee AI fi kkf) kursii biraa keessatti bal’inaan ni ilaalamu.

Show More

What Will You Learn?

  • Project haaraa uumuu fi Aspect Ratio sirrii filachuu (YouTube, TikTok, Reels, Instagram)
  • Viidiyoo keessan import godhanii dursanii qindeessuu
  • Clip muruu, gabaabsuu (trim), kutuu (split), fi crop gochuu
  • Video sirreessuu: scale, position, rotation, background haquu, stabilize
  • Speed fi Animation fayyadamuun viidiyoo hurgufaa (dynamic) gochuu
  • Halluu sirreessuu (color grading) — viidiyoo ogeessaa fakkeessuuf
  • Muziqaa, sound effects dabaluu fi sagalee qulqulleessuu
  • Barreeffama, auto-captions, fi templates fayyadamuun yeroo olchuu
  • Effects, transitions, filters, fi stickers sirriitti fayyadamuu (baay'isuu dhiisuu)
  • Viidiyoo xumuraa sirna (settings) sirriin export gochuu

Course Content

Capcut Overview

  • Desk top Qaljeelfama Capcut (Handbook)
  • Mobile : Qajeelfama Capcut (Handbook)

Capcut Practical

Capcut Project

International certificate!

Ogummaa wabbii qabu fuuldura keenyaaf haa mirkaneessinu!

selected template

Want to receive push notifications for all major on-site activities?