Mastering Canva Graphics Design, AI & Social Media Marketing

Wishlist Share

About Course

Gahumsa dizaayinii graafiksii gochaa irratti xiyyeeffate daldala, maqaawwan dhaabbataa (branding), miidiyaa hawaasaa fi qunnamtii piroofeshinaalaaf oolu horadhaa. Sagantaan kun dizaayinii graafiksii piroofeshinaala Canvaa, Canvaa AI, fi dandeettii Tajaajila Beeksisa Miidiyaa Hawaasaa (Social Media Marketing) gumaachan waliin qindeessuun, dizaayinoota faayidaa qaban uumuuf fi ogummaa keessan gara tajaajila daldaltootaa fi maamiltootaaf dhiheessitaniitti akka jijjiirtan isin gargaara.

 

What Will You Learn?

  • Akkaataa dizaayinoota daldalaa fi miidiyaa hawaasaa piroofeshinaala ta'an uuman.
  • Qajeeltoowwan qunnamtii mul'ataa (visual communication), qophii laayaawuti (layout), tiypoograafii (typography), fi dhababbattummaa maqaawwanii (branding).
  • Akkaataa hojii Canvaa fi adeemsa dizaayinii piroofeshinaala.
  • Canvaa AI fayyadamuun oomisha uumamaa saffisiisuu.
  • Dizaayinii qabiyyee miidiyaa hawaasaa fi deeggarsa kampeenii meetiyaa hawaasaa.
  • Akkaataa dizaayinoota maamiltoota dhugaa fi fedhii daldalaaf qopheessan.
  • Akkaataa poortifooliyoo uumannii fi tajaajila dizaayinii piroofeshinaalummaan dhiheessan.

Course Content

Canva Graphics

  • Canva Jalqaba
    25:10
  • Canva jalqaba: 2
    25:28
  • Canva Pro
    14:18

The Mindset of AI

Prompt Engineering

Mastering Cava AI

Tips : Dabalata

Social Media Marketing (Facebook Ads)

Social Media Marketing TikTok Boosting)

Social Media Marketing (Google & You tube Ads)

Social Media Marketing (Telegram Leads)

Social Media Marketing (LinkedIn Ads)

International certificate!

Ogummaa wabbii qabu fuuldura keenyaaf haa mirkaneessinu!

selected template

Want to receive push notifications for all major on-site activities?